Miiljalee
a Garaagarummaa Wangeelonni Macaafa Qulqulluu, barreeffamoota dhugaarratti hin hundoofneefi waaʼee Yesus dubbatanii wajjin qaban hubachuuf mataduree, “Wangeelonni Dabalataa Yesusiin Ilaalchisee Dhugaawwan Dhokatan Qabataniiruu?” jedhuufi fuula 18-19rratti argamu ilaali.