Miiljalee
a Jechi “appookiriifaa” jedhu, jecha afaan Giriikii “dhoksuu” jedhurraa kan dhufedha. Jalqabarratti jechi kun, barreeffama tuuta namootaa ilaalcha wal fakkaatu qabaniif qofa qophaaʼe kan argisiisu siʼa taʼu, namoota miseensa tuuta kanaa hin taaneef barreeffamni kun dhoksaa ture. Yeroo booda garuu jechi kun, barreeffamoota tarree Caaffata Qulqullaaʼoo fudhatama qabanii keessatti hin dabalamne argisiisuuf itti hojjetamuu jalqabe.