Miiljalee
c Macaafni Qulqulluun Yesus dinqii isa jalqabaa kan raawwate erga cuuphamee booda akka taʼe ifatti dubbata. (Yohannis 2:1-11) Seenaa wangeelaa appookiriifaa ilaalchisee odeeffannoo dabalataa argachuuf, mataduree, “Wangeelonni Dabalataa—Yesusiin Ilaalchisee Dhugaawwan Dhokatan Qabataniiruu?” jedhu fuula 18 ilaali.