Miiljalee d Xiberiyos Qeesaar, Kaaliigulaan Mootii moototaa akka taʼu Herodis Agriiphaan waan dubbateef, Dh.K.B. bara 36-37tti iddoo kanatti Herodisin hidhee ture. Kaaliigulaan yommuu Mootii moototaa taʼetti Herodisin mootii gochuudhaan isa kiiseera.—HoE. 12:1.