Miiljalee
b Jecha caqasa tokko keessa jiru yaadattee, macaafa, boqonnaafi caqasicha yoo irraanfattehoo? Jecha sana baafata jechootaa dhuma Macaafa Qulqulluu, Laayibrarii Masaraa Eegumsaa ykn galmee jechootaa Hiika Addunyaa Haaraarra jirutti fayyadamtee argachuu dandeessa. (Ingiliffa)