Miiljalee
a Hayyoonni hedduun, Seericha jalatti yakkamaan tokko fannifamuusaa dura ajjeefamaa akka ture ni amanu. Taʼuyyuu, jaarraa jalqabaatti Yihudoonni yakkamtoota tokko tokko utuu hin ajjeesin fannisuudhaan achirratti akka duʼan gochaa akka turan ragaan argisiisu jira.