Miiljalee
a Dhukkubni Looreensi-Muun-Baardeet-Biidil jedhamu kun, maqaa dooktaroota arfan, dhibee yeroo haatiifi abbaan rakkina kana qabanitti dhalootaan darbu kana addaan baasanii beekaniitiin kan moggaafamedha. Yeroo harʼaa dhibeen kun yeroo baayʼee, Baardeet-Biidil jedhamee waamama. Dhibeen kun qoricha hin qabu.