Miiljalee
d Keeyyata 12: Kiristiyaanonni ergamoota Yesus hin taane kaanis kennaa dinqii raawwachuu kan argatan yommuu ta’u, ergamaan tokko harkasaa namootarra kaa’uusaatiin ykn isaan gidduutti argamuusaatiin kennaan dinqii raawwachuu ni argama ture.—HoE. 8:14-18; 10:44, 45.