Miiljalee
e Keeyyata 13: Dubbiin Phaawulos ergamaa Hojii Ergamootaa 20:29, 30rratti ibsame akka argisiisutti, gumichi gama lamaan rakkinaaf saaxilamee ture. Jalqaba, Kiristiyaanonni fakkeessitoota ta’an (“inkirdaadichi”) Kiristiyaanota dhugaa ‘gidduu ni galu.’ Lammaffaa, Kiristiyaanota dhugaa “keessaa iyyuu” namoonni tokko tokko “dubbii dhugaa jal’isuudhaan” gantoota ta’u.