Miiljalee
a Keeyyata 6: Jechi afaan Giriikii Maatewos 24:42, 44rratti ‘dhufa’ (erkomaay) jedhamee hiikame, jecha afaan Giriikii Maatewos 24:3rratti “dhufa” (paaruusiyaa) jedhamee hiikamerraa addadha. Dhufni Kiristos inni ijaan hin argamne, firdii kennuuf dhufuusaa dura raawwatama.