Miiljalee
a Yaadni waa’ee afaanii ibsu, yeroo baay’ee falaasama namni uumama qamalee fakkaaturraa jijjiirama tirannaatiin akka dhufe dubbaturratti kan hundaa’edha. Yaada kana caalaatti qoruuf birooshura, Madda Jireenyaa Ilaalchisee Gaaffiiwwan Gaafatamuu Qaban Shanan jedhuufi Dhugaa Baatota Yihowaatiin qophaa’e fuula 27-29 ilaali. (Amaariffa)