Miiljalee
b Aduun yommuu lixxu, Niisaan 15 ni eegala; kana jechuun Sanbanni torbanii (Sanbadduraa) inni Ayyaanni Maxinoo itti ayyaaneffatamu guyyaa kanaa wajjin walirra oola jechuudha. Sanbanni lamaan waan walirra oolaniif, Sanbata “guddaa” jedhamee waamama.—Yohannis 19:31, 42 dubbisi.