Miiljalee
b Ijoolleen Yaaqoob yeroo biyya Gibxiitti deddeebiʼaa turanitti maatiisaaniirraa torban sadii caalaa fagaatanii hin turre. Yaaqoobiifi ijoolleensaa yeroo booda Gibxiitti yommuu galanis haadhotii manaasaaniifi ijoolleesaanii fuudhanii deemaniiru.—Uma. 46:6, 7.