Miiljalee
a Matadureewwan Masaraa Eegumsaa Adoolessa 15, 2002rratti (Amaariffa) baʼaniifi “Kiristiyaanonni Hafuuraafi Dhugaadhaan Waaqeffatu,” akkasumas “Dhugaa Keessa Deddeebiʼuusaanii Itti Fufaniiru” jedhan ilaalaa. Kutaa jaarmiyaa Waaqayyoo isa yeroo harʼaa lafarra jiru ilaalchisee birooshura Yeroo Harʼaa Fedha Yihowaa Raawwachaa Kan Jiran Eenyufaʼi? jedhamurratti balʼinaan ibsameera.