Miiljalee
a Carraaqqii saayintistoonni sababa dullumaafi duʼaa ibsuuf godhan ilaalchisee, Kitaabni Insaayit oon za Iskiriipcharsi jedhamu akkas jedheera: “Uumaan namoota jalqabaarratti murtoo duʼaa akka dabarse hin hubatan; akkasumas murtoo kana kan raawwatu karaa namoonni guutummaatti hubachuu hin dandeenyeen taʼuusaatiif xiyyeeffannaa hin kennan.”—Jildii 2, ful. 247.