Miiljalee
a Baʼuu 19:5, 6, NW: “‘Biyyi lafaa hundi kan koo waan taʼeef, sirriitti yoo anaaf ajajamtan, saba hunda keessaa qabeenya addaa anaaf ni taatu. Isin mootummaa lubootaa, saba qulqulluus anaaf ni taatu.’ Saba Israaʼelitti kan ati himtu kanadha.”