Miiljalee
a Macaafni Qulqulluun, Yoseef yeroo mana Phoxiifaar gale umuriin isaa waggaa 17 ykn 18 akka taʼe, akkasumas hanga gaʼeessa taʼutti waggoota muraasaaf achi akka ture argisiisa. Yeroo mana hidhaatii baʼe umuriin isaa waggaa 30 ture.—Uumama 37:2; 39:6; 41:46.