Miiljalee
a Maqaan kun Caaffata Qulqullaaʼoo Afaan Ibrootaa isa yeroo baayʼee Kakuu Moofaa jedhamee waamamu keessatti baayʼinaan kan argamu taʼus, hiikkaawwan Macaafa Qulqulluu hedduun maqaa kanatti kan hin fayyadame taʼuun isaanii baayʼee nama gaddisiisa. Kanaa mannaa maqaa isaa kana, maqaawwan ulfinaa kan akka “Gooftaa” ykn “Waaqayyo” jedhaniin bakka buusaniiru. Dhimma kana irratti yaada dabalataa argachuuf Kitaaba Dhugaa Baatota Yihowaatiin qophaaʼee fi Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa? jedhamu fuula 195-197 ilaali.