Miiljalee
a Hojjetaan amanamaanii fi ogeessi eenyu akka taʼe Masaraa Eegumsaa, Adoolessa 15, 2013, fuula 21-22, keeyyata 8-10 irratti ibsameera. Durboonni kurnan eenyu akka taʼan mata duree darbe irratti ibsameera. Fakkeenyi waaʼee hoolotaa fi reʼootaa dubbatu Masaraa Eegumsaa, Onkoloolessa 15, 1995 (Amaariffa), fuula 23-28 irratti, akkasumas mata duree barruu kanaa itti aanu irratti ibsameera.