Miiljalee
c Macaafni Qulqulluun Afaan Oromoo meetii kuma shan, meetii kuma lamaa fi meetii kuma tokko kan jedhu taʼus, Caaffanni Qulqullaaʼoon Afaan Giriikii inni jalqabaa taalaantii 5, taalaantii 2 fi taalaantii 1 jedha. Bara Yesusitti taalaantiin tokko dinaaree 6,000 wajjin qixxee ture. Hojjetaan tokko guyyaatti dinaaree tokko waan argatuuf, taalaantii tokko argachuuf gara waggaa 20tiif hojjechuu qaba ture.