Miiljalee
c Waraanni godhame kun Kitaaba Qulqulluu keessatti al lama kan caqasame siʼa taʼu, innis seenaa Abboota Firdii boqonnaa 4, akkasumas faarfannaa Deboraa fi Baaraaq isa boqonnaa 5 irra jiru keessatti argama. Boqonnaan inni tokko seenaa balʼaa boqonnaa isa kaan irratti hin ibsamne waan qabateef boqonnaawwan kun lamaan kan wal deggerani dha.