LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN

Miiljalee

a Namoota yeroo sanatti turan keessaa baayʼeen isaanii yeroo booda Kiristiyaanota akka taʼan ragaa qabna. Phaawulos xalayaa warra Qorontosiif barreesse irratti namoonni sun “obboloota dhibba shan” akka taʼan dubbateera. Itti dabaluudhaanis, “Isaan keessaa kaan illee boqotaniiru garri caalan garuu amma iyyuu jiru” jedheera. Kanaafuu, Phaawulosii fi Kiristiyaanonni jaarraa jalqabaatti turan kaan obboloota ajaja Yesus kenne kana kallattiidhaan dhagaʼan keessaa baayʼee isaanii wajjin kan wal argan fakkaata.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi