Miiljalee
b Kitaabni Za Intarnaashinaal Istaandaardi Baayibil Iinsaayikloppiidiyaa jedhamu akkana jedheera: “Jechi bara Yesusitti hojii irra oolaa turee fi aabbaa jedhu keessumaa walitti dhufeenya ijoolleen abbaa isaanii wajjin qabanii fi kabaja isaaf qaban kan ibsu dha.”