Miiljalee
a Araaseeliin umuriin ishii waggaa 87, Feliisaan waggaa 91, Raamooniin immoo waggaa 83 dha; hundi isaanii iyyuu hamma harʼaatti hinaaffaadhaan Yihowaa tajaajiluu isaanii itti fufaniiru. Looriin Yihowaadhaaf amanamtuu taatee bara 1990tti duuteetti.