Miiljalee
a Mallattoowwan guyyoota dhumaa ilaalchisee ibsa balʼaa argachuuf, kitaaba Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa? jedhamu boqannaa 9ffaa, “Kan Jiraannu ‘Guyyoota Gara Dhumaa’ Keessadhaa?” jedhu ilaali. Kitaabni kun Dhugaa Baatota Yihowaatiin maxxanfame; www.pr418.com/om irrattis ni argama.