Miiljalee b Dibamtoonni amanamoo taʼan ooluuf mallattoo kana qabaachuun isaan hin barbaachisu. Kanaa mannaa, duʼuu isaanii dura ykn rakkinni guddaan jalqabuu isaa dura chaappaan isaanii inni dhumaa isaan irratti ni godhama.—Mul. 7:1, 3.