LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN

Miiljalee

a Yesuus dhufaatii isaa ilaalchisee yeroo dubbatetti ibsi inni duraa duubaan itti fayyadame baayʼee nama dinqisiisa. Jalqaba irratti waaʼee ‘Garbicha amanamaa fi ogeessa’ garee xinnaa obboloota dibamoo geggeessitoota taʼan of keessatti qabatee dubbate. (Mat. 24:45-47) Achiis, fakkeenyota adda durummaadhaan warra samii irra jiraachuuf abdii qaban hunda ilaallatan dubbate. (Mat. 25:1-30) Dhuma irratti immoo, waaʼee namoota lafa irra jiraachuuf abdii qabanii fi obboloota Kiristoos deggeranii dubbate. (Mat. 25:31-46) Bara keenyatti raawwiin raajii Hisqiʼel, jalqaba irratti wanta namoota samii irra jiraachuuf abdii qaban irratti raawwatamu argisiisa. Mootummaan kaabaa inni gosoota kudhan qabate yeroo hunda namoota lafa irra jiraachuuf abdii qaban kan argisiisu miti. Tokkummaan raajii kana keessatti ibsame kun, tokkummaa namoota lafa irra jiraachuuf abdii qabanii fi samii irra jiraachuuf abdii qaban gidduu jiru nu yaadachiisa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi