Miiljalee
a Kitaabni Qulqulluun New American Standard Bible inni ibsa dabalataa qabuu fi bara 1971 tti maxxanfame qola isaa irratti, “Dubbiin Waaqayyoo ofii isaatiin ulfina waan qabuuf, ragaa akka taʼuufis taʼe fudhatama akka argatuuf maqaa hayyuu isa kamii illee hin caqasne” jechuun isaa xiyyeeffannaa namaa kan harkisu dha.