Miiljalee
a Kaayyoo Waaqayyo warra duʼan duʼaa kaasuuf qabu ilaalchisee odeeffannoo dabalataa argachuuf, kitaaba Macaafni Qulqulluu maal Barsiisa? jedhamu isa Dhugaa Baatota Yihowaatiin qophaaʼee fi www.pr418.com/om irratti argamu boqonnaa 7 ilaali.