Miiljalee
a Taphni beezboolii ispoortii garee miseensota sagal sagal qabu lamaan taphatamu dha. Tapha kana keessatti taphataan garee isa tokkoo kubbaa xinnoo kan darbatu yeroo taʼu, taphataan garee isa kan biraa immoo kubbaa sana ulee furdaadhaan rukutee deebisa.