Miiljalee
a Qubee xinnoon Afaan Giriikii iʼoota yeroo taʼu, qubeen kun qubee Afaan Ibrootaa י (yood) jedhuu wajjin wal fakkaachuu hin oolu. Seerri Musee jalqaba kan barreeffame Afaan Ibrootaatiin waan turee fi afaanuma kanaan daddarbaa kan dhufe waan taʼeef, Yesuus dubbachaa kan ture waaʼee qubee Afaan Ibrootaa taʼuu dandaʼa.