Miiljalee
a Madda Ayyaana Qillee ilaalchisee odeeffannoo dabalataa argachuuf, Masaraa Eegumsaa Muddee 1, 2014 mata duree “Gaaffii Dubbistootaa . . . Ayyaana Qillee Ilaalchisee Dhugaan Jiru Maali Dha?” jedhu (Amaariffa) www.pr418.com/am irraa ilaali.