Miiljalee
a Kaayyoon Yihowaa ergamoonni 12n, gara fuulduraatti Yerusaalem Haaraadhaaf “dhagaa buʼuuraa 12” akka taʼaniif akka ture beekamaa dha. (Mul. 21:14) Kanaaf, ergamaa yeroo booda jireenya isaa isa lafa irraa amanamummaadhaan xumure kam iyyuu bakka buusuun hin barbaachisne.