Miiljalee
c Akkuma godaantonni dhufaniin jaarsoliin qajeelfama kitaaba Fedha Yihowaa Raawwachuuf Gurmaaʼuu (Amaariffa) jedhamu boqonnaa 8 keeyyata 30 irra jiru hordofuu qabu. Jaarsoliin gumiiwwan biyya kan biraa jiranii weeb saayitii jw.org jedhamutti fayyadamanii karaa waajjira damee biyya isaanii jiruu xalayaa erguu qabu. Hanga yeroo sanaatti garuu, haala hafuuraa nama godaantuu taʼe sanaa beekuuf, gumii isaa fi tajaajila ilaalchisee malaan gaaffii isa gaafachuu dandaʼu.