LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN

Miiljalee

a Waaʼeen Yoseef yeroo dhumaatiif kan caqasame, yommuu Yesuus umuriin isaa waggaa 12 turetti dha. Yesuus dinqii isaa isa jalqabaa yommuu raawwatetti, jechuunis bishaan gara wayiniitti yommuu jijjiire waaʼeen Yoseef hin caqasamne; sana boodas waaʼee isaa hin ibsamne. Yesuus muka irratti fannifame irra utuu jiruu, haadha isaa Yohaannis ergamaatti hadaraa kan kenne siʼa taʼu, utuu Yoseef jiraatee akkas gochuun isa hin barbaachisu ture.—Yoh. 19:26, 27.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi