Miiljalee
a Barreeffamoonni qoʼannaa kitaaba “Kitaabni Qulqulluun Maal Barsiisa?” jedhamuuf qophaaʼan, meeshaalee gaggaarii dargaggoonnis taʼan namoonni guguddaan dhugaa Kitaaba Qulqulluu akka hubatanii fi ibsuu akka dandaʼan gargaarani dha. Weebsaayitii jw.org jedhamu irratti afaan hedduudhaan ni argamu. BARUMSAWWAN KITAABA QULQULLUU > MEESHAALEE KITAABA QULQULLUU QOʼACHUUF GARGAARAN (Amaariffa) jalaa argachuu dandeessa.