LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN

Miiljalee

a Haadhotiin dhiphina daʼumsa wajjin wal qabatee dhufu qaban, mucaa isaanii wajjin hariiroo uumuun isaan rakkisuu dandaʼa. Haa taʼu malee, balleessaa akka raawwatan isaanitti dhagaʼamuu hin qabu. Akka Dhaabbanni Fayyaa Sammuu Biyyoolessaa Yunaayitid Isteetis jedhetti, dhiphinni daʼumsaa wajjin wal qabatee dhufu “qaamaa fi miira wajjin kan wal qabate fakkaata . . . haa taʼu malee, wanta haati takka goote ykn utuu hin godhin hafteen kan dhufu miti.” Dhimma kana irratti odeeffannoo dabalataa argachuuf, barruu Dammaqaa! Waxabajjii 8, 2003 mata duree “Dhiphina Daʼumsa Booda Dhufu Hubachuu” (Ingiliffa) jedhu ilaali.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi