Miiljalee
b Manni barumsaa kun yeroo ammaatti Mana Barumsaa Labsitoota Wangeela Mootummichaa jedhameera. Tajaajiltoonni yeroo guutuu biyya alaa deemanii tajaajilan, ulaagaalee barbaachisan kan guutan yoo taʼe biyya dhalootaa isaaniitti ykn biyya kan biraa manni barumsaa kun afaan isaaniitiin geggeeffamutti barachuuf gaafachuu dandaʼu.