Miiljalee
b Abbaan Noh Laamek inni Waaqayyoon sodaatu kan duʼe, Bishaan Badiisaa dhufuu isaa waggaa shan dura ture. Yeroo Bishaan Badiisaa jalqabetti haati Nohii fi obboloonni isaa lubbuudhaan kan jiran yoo taʼe, badiisa sana irraa hin oole jechuu dha.