Miiljalee b Haalli Nohis kana wajjin wal fakkaata. Eeden keessatti fincilli kaaʼee utuu baayʼee hin turin haadha manaa tokkoo ol fuudhuun kan jalqabame taʼus, inni garuu haadha manaa takka qofa qaba ture.—Uma. 4:19.