Miiljalee
b Maqaan Seexana jedhuu fi diina Waaqayyoo taʼuu isaa argisiisu Kitaabota Qulqulluu Afaan Ibrootaan barreeffaman keessatti siʼa 18 qofa argama; Kitaabota Qulqulluu Afaan Giriikiitiin barreeffaman keessatti garuu siʼa 30 ol caqasamee argama.