Miiljalee
a Yoseef mana hidhaatii erga gadhiifamee yeroo muraasa booda, Yihowaan ilma isaaf kennuudhaan yaadannoo dhiphisaa sana dura dabarse irraa akka bayyanatu isa gochuu isaa hubateera. Kanaafuu, “Waaqayyo rakkina koo hundumaa . . . na irraanfachiiseera” jechuudhaan ilma isaa isa angafaa Minaasee jedhee moggaase.—Uma. 41:51.