Miiljalee
a Dhugaan isaa garuu, namoonni falaasota beekamoo taʼan illee, dhiibbaan akka isaan irratti hin godhamne gochuu hin dandaʼan. Wantoota gurguddaa akka jireenyi akkamitti akka jalqabe irratti yaaduu ykn wantoota xixinnoo akka wanta uffatan murteessuu irratti, hamma tokko namoota irratti warri kaan dhiibbaa ni godhu. Haa taʼu malee, namoota dhiibbaa akka nu irratti godhan heyyamnu filachuu ni dandeenya.