Miiljalee
a Piroofeesara amantii fi qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu kan taʼan, Maarviin Peet akkas jechuudhaan barreessaniiru: “Jechi ‘guyyaa’ jedhu dheerina yeroo saʼaatii digdamii afurii akka argisiisu baramaa dha. Rakkinni ilaalchi kun qabu, barumsa Kitaaba Qulqulluu Yesuus erga duʼee booda jalqaba gara haadisitti ‘gad buʼe’ (Mat. 12:40; HoE. 2:31; Rom. 10:7) jedhuu fi sana booda gara samiitti ol baʼe jedhuu wajjin kan wal hin simne fakkaachuu isaa ti.”