Miiljalee
c IBSA FAKKII: Fakkii, tajaajiltoonni amanamoon gumii jaarraa jalqabaa keessa, dhuma waggoota 1880mmaniitti, mana hidhaa Naazii keessatti, akkasumas bara keenya immoo Galma Walgaʼii xinnoo naannoon isaa banaa taʼee fi biyya Kibba Ameerikaa bakka qilleensi hoʼaan jirutti argamutti Ayyaana Yaadannoo yommuu kabajan argisiisu.