Miiljalee
a Ayyaanni Yaadannoo duʼa Kiristoos Ebla 11, 2011 (Ebla 19, 2019) Jimaata galgala kabajamu, walgaʼiiwwan waggaa keessatti godhaman hunda caalaa iddoo guddaa qaba. Walgaʼii kana irratti akka argamnu maaltu nu kakaasa? Yihowaa gammachiisuuf barbaaduu keenya akka taʼe beekamaa dha. Mata duree kana keessatti Ayyaana Yaadannoo irrattis taʼe walgaʼiiwwan torbanii irratti argamuun keenya waaʼee keenya maal akka ibsu qoranna.