Miiljalee
b IBSA FAKKII: Obboleessi sababii amantii isaatiif hidhamee jiru tokko xalayaa manaa isaaf ergame irraa jajjabina argachaa jira. Akka hin irraanfatamne beekuu isaatiin kan kaʼe akkasumas naannoo isaaniitti jeequmsi kan jiru taʼus, maatiin isaa Yihowaadhaaf amanamoo taʼanii jiraachaa akka jiran waan dhagaʼeef baayʼee gammadeera.