Miiljalee
b IBSA JECHAA: Nama tokko ykn wanta tokko dinqisiifachuu jechuun gatii guddaa namni ykn wanti sun qabuuf beekamtii kennuu jechuu dha. Jechi kun miira galateeffannaa garaadhaa madde qabaachuus argisiisuu dandaʼa.