Miiljalee
b IBSA JECHAA: ‘Miira walii hubachuu’ jechuun wanta warra kaanitti dhagaʼamu hubachuu fi nuttis akka dhagaʼamu gochuu jechuu dha. (Rom. 12:15) Mata duree kana keessatti ‘miira walii hubachuu’ jechuu fi ‘warra kaaniif yaaduu’ jechuun hiikni isaanii tokko dha.