Miiljalee
a Miira namootaa akka hubannu yommuu argisiisnu, gammachuun keenya ni dabala namoonnis ergaa keenya caalaatti dhaggeeffachuu ni barbaadu. Kun kan taʼu maaliifi? Mata duree kana keessatti, fakkeenya Yesuus irraa maal barachuu akka dandeenyuu fi karaa miira namoota tajaajila irratti argannuuf yaaduu itti dandeenyu afur ilaalla.